-
Uumama 18:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Isaan keessaa inni tokkos itti fufuudhaan, “Ani waggaa dhufu yeroo kanatti dhugumaan gara keetti nan deebiʼa; kunoo, haati manaa tee Saaraan ilma ni deessi”+ jedhe. Yeroo kanatti Saaraan balbala dunkaanichaa isa namicha duubaan jiru bira taatee dhaggeeffachaa turte.
-
-
Uumama 18:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Wanti Yihowaadhaaf hin dandaʼamne jiraa?+ Ani waggaa dhufu yeroo murteeffame kanatti gara keetti nan deebiʼa; Saaraanis ilma ni deessi.”
-