Baʼuu 33:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Inni garuu, “Ani gaarummaan koo hundi fuula kee dura akka darbu nan godha; akkasumas maqaa Yihowaa si duratti nan labsa;+ isan gaarummaa argisiisutti gaarummaa nan argisiisa, isan gara laafina argisiisuttis gara laafina nan argisiisa” jedhe.+
19 Inni garuu, “Ani gaarummaan koo hundi fuula kee dura akka darbu nan godha; akkasumas maqaa Yihowaa si duratti nan labsa;+ isan gaarummaa argisiisutti gaarummaa nan argisiisa, isan gara laafina argisiisuttis gara laafina nan argisiisa” jedhe.+