Luqaas 16:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kanaafuu, akkana isaaniin jedhe: “Isin namoota duratti qajeelota akka taatan dubbattu,+ Waaqayyo garuu garaa keessan beeka.+ Sababiin isaas, wanti namoota duratti bakki guddaan kennamuuf Waaqayyo duratti jibbisiisaa dha.+ Filiphisiyus 3:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 akkasumas qajeelummaa koo isan Seericha hordofuudhaan argadhuun utuu hin taʼin, qajeelummaa isa Kiristoositti amanuudhaan+ argamuun, jechuunis qajeelummaa isa karaa amantii Waaqayyo biraa argamuun isaa wajjin tokkummaa qabaachuu akkan dandaʼuufi.+
15 Kanaafuu, akkana isaaniin jedhe: “Isin namoota duratti qajeelota akka taatan dubbattu,+ Waaqayyo garuu garaa keessan beeka.+ Sababiin isaas, wanti namoota duratti bakki guddaan kennamuuf Waaqayyo duratti jibbisiisaa dha.+
9 akkasumas qajeelummaa koo isan Seericha hordofuudhaan argadhuun utuu hin taʼin, qajeelummaa isa Kiristoositti amanuudhaan+ argamuun, jechuunis qajeelummaa isa karaa amantii Waaqayyo biraa argamuun isaa wajjin tokkummaa qabaachuu akkan dandaʼuufi.+