-
1 Qorontos 9:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Misiraachicha yoon lallabes boonuuf sababii hin qabu; kana gochuuf dirqamni na irra jira. Misiraachicha yoon lallabuu baadhe garuu anaaf wayyoo!+
-
-
2 Qorontos 4:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Hafuura amantii isa waaʼeen isaa, “Ani nan amane, kanaafuu nan dubbadhe”+ jedhamee barreeffamee wajjin wal fakkaatu waan qabnuuf, nutis ni amanna, kanaafuu ni dubbanna;
-