Yohaannis 1:11, 12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Inni gara biyya isaa dhufe; sabni isaa garuu isa hin simanne. 12 Haa taʼu malee, warra isa simatan hundumaatiif, isaan maqaa isaatti waan amananiif, ijoollee Waaqayyoo+ akka taʼaniif aangoo isaaniif kenne.+
11 Inni gara biyya isaa dhufe; sabni isaa garuu isa hin simanne. 12 Haa taʼu malee, warra isa simatan hundumaatiif, isaan maqaa isaatti waan amananiif, ijoollee Waaqayyoo+ akka taʼaniif aangoo isaaniif kenne.+