-
2 Qorontos 3:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Isaan sammuun isaanii hadoodee ture.+ Haguuggiin sun kan irraa fuudhamu karaa Kiristoos qofa waan taʼeef,+ hamma guyyaa harʼaatti yommuu kakuu moofaan sun dubbifamu hundatti haguuggiin sun isaan irra jira.+ 15 Hamma guyyaa harʼaatti, yeroo kitaabonni Musee dubbifaman hundatti+ garaan isaanii akkuma haguugametti jira.+
-