23 Akkasumas, kana kan godhe qodaawwan gara laafinaa+ warra dursee ulfina isaatiif qopheesse irratti, 24 jechuunis, nu warra Yihudoota gidduudhaa qofa utuu hin taʼin, saboota kaan gidduudhaa waame irrattis ulfina isaa isa guddaa mulʼisuuf+ yoo taʼe hoo?