-
2 Qorontos 8:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Isaan qorumsi guddaan isaan irra gaʼee rakkina cimaa keessa yeroo turanitti, utuma hiyyummaa cimaa keessa jiranii gammachuu guddaadhaan kennaniiru; kun immoo arjummaa guddaa* isaan qaban argisiisa.
-