-
Hojii Ergamootaa 18:24, 25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Yeroo kanatti Yihudiin Apholos+ jedhamuu fi Iskindiriyaatti dhalate tokko gara Efesoon dhufe; inni nama dandeettii dubbachuu qabuu fi Kitaabota Qulqulluu akka gaariitti beeku ture. 25 Namichi kun daandii Yihowaa* kan baratee* fi hafuuraan kan gubatu, akkasumas waaʼee Yesuus sirriitti kan dubbatuu fi kan barsiisu ture; taʼus, inni kan beeku waaʼee cuuphaa Yohaannis qofa ture.
-