Luqaas 6:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 “Kana malees, namootatti murteessuu dhiisaa, matumaa isinitti hin murteeffamu;+ namoota yakkuu dhiisaa, matumaa hin yakkamtan. Dhiifama godhaa,* dhiifamni isiniif ni godhama.*+ Roomaa 14:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ati inni tajaajilaa isa kan biraatti murteessitu eenyu?+ Inni yoo dhaabbate yookiin yoo kufe gooftaa isaatiifi.+ Yihowaan* akka inni dhaabbatu gochuu waan dandaʼuuf, inni dhaabbachuu ni dandaʼa.
37 “Kana malees, namootatti murteessuu dhiisaa, matumaa isinitti hin murteeffamu;+ namoota yakkuu dhiisaa, matumaa hin yakkamtan. Dhiifama godhaa,* dhiifamni isiniif ni godhama.*+
4 Ati inni tajaajilaa isa kan biraatti murteessitu eenyu?+ Inni yoo dhaabbate yookiin yoo kufe gooftaa isaatiifi.+ Yihowaan* akka inni dhaabbatu gochuu waan dandaʼuuf, inni dhaabbachuu ni dandaʼa.