-
Isaayyaas 49:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Ol jedhiitii guutummaa naannoo keetii ilaali.
Hundi isaanii walitti qabamaa jiru.+
Gara kee dhufaa jiru.
Yihowaan akkana jedha: “Lubbuu koo isa jiraataadhaan nan kakadha,
Ati akkuma faayaatti hunda isaaniitiin of miidhagsita,
Akkuma misirroon gootuttis ofitti isaan maxxansita.
-