1 Qorontos 14:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Isinis kennaa hafuuraa argachuuf hawwii guddaa waan qabdaniif, kennaawwan gumicha ijaaran baayʼinaan argachuuf carraaqaa.+ Ibroota 10:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Akkasumas jaalalaa fi hojii gaariidhaaf+ wal kakaasuuf, xiyyeeffannaa waliif haa kenninu;*
12 Isinis kennaa hafuuraa argachuuf hawwii guddaa waan qabdaniif, kennaawwan gumicha ijaaran baayʼinaan argachuuf carraaqaa.+