Hojii Ergamootaa 20:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Taʼus, fiigicha koo yoon xumuree fi misiraachoo gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa guutummaatti dhugaa baʼuuf tajaajilan Gooftaa Yesuus irraa fudhadhe yoon raawwadhe,+ jireenya* koo akka waan faayidaa anaaf qabuutti hin ilaalu.
24 Taʼus, fiigicha koo yoon xumuree fi misiraachoo gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa guutummaatti dhugaa baʼuuf tajaajilan Gooftaa Yesuus irraa fudhadhe yoon raawwadhe,+ jireenya* koo akka waan faayidaa anaaf qabuutti hin ilaalu.