-
2 Tasalonqee 3:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Dhuma irrattis yaa obbolootaa, akkuma isin gidduutti taʼe, dubbiin Yihowaa* saffisaan babalʼachuu isaa akka itti fufuu+ fi ulfina akka argatu nuuf kadhachuu keessan itti fufaa;+ 2 akkasumas namoota miidhaa geessisanii fi hamoo taʼan irraa akka oollu+ nuuf kadhadhaa; sababiin isaas, amantiin wanta namni hundi qabu miti.+
-