Hojii Ergamootaa 18:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Phaawulos guyyoota hedduu erga achi turee booda, obbolootatti nagaa dhaamee Phirisqiilaa fi Aqiilaa wajjin dooniidhaan gara Sooriyaatti qajeele. Wareega waan qabuufis Kinkiriʼaa+ keessatti rifeensa mataa isaa gabaabsee murate.
18 Phaawulos guyyoota hedduu erga achi turee booda, obbolootatti nagaa dhaamee Phirisqiilaa fi Aqiilaa wajjin dooniidhaan gara Sooriyaatti qajeele. Wareega waan qabuufis Kinkiriʼaa+ keessatti rifeensa mataa isaa gabaabsee murate.