Efesoon 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Isin yeroo sanatti saba Israaʼel irraa fagaattanii, kakuu waadaa sanaatiif+ keessummoota taatanii Kiristoos malee jiraachaa turtan; addunyaa keessattis abdii malee fi Waaqayyo malee jiraachaa turtan.+
12 Isin yeroo sanatti saba Israaʼel irraa fagaattanii, kakuu waadaa sanaatiif+ keessummoota taatanii Kiristoos malee jiraachaa turtan; addunyaa keessattis abdii malee fi Waaqayyo malee jiraachaa turtan.+