-
Roomaa 4:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Maarree, gammachuu akkasii warra dhaqna qabatan qofatu argata moo, warri dhaqna hin qabannes ni argatu?+ Sababiin isaas, “Amantiin Abrahaam qajeelummaatti isaaf lakkaaʼame” jenneerra.+ 10 Taʼus, akka qajeelummaatti kan isaaf lakkaaʼame yoom ture? Erga dhaqna qabatee booda moo, utuu dhaqna hin qabatin ture? Erga dhaqna qabatee booda utuu hin taʼin, utuu dhaqna hin qabatin ture.
-