-
Lakkoofsa 23:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Inni wanta tokko yommuu jedhu, wanta sana hin raawwatuu?
Wanta dubbate hoo, fiixaan hin baasuu?+
-
-
Faarfannaa 116:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Ani garuu naʼee,
“Namni hundi sobduu dha”+ nan jedhe.
-