Faarfannaa 5:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Wanti isaan jedhan kam iyyuu amanamuu hin dandaʼu,Hammina malee homtuu isaan keessa hin jiru,Qoonqoon isaanii awwaala baname dha,Arraba isaaniitiin sobanii warra kaan jaju.*+
9 Wanti isaan jedhan kam iyyuu amanamuu hin dandaʼu,Hammina malee homtuu isaan keessa hin jiru,Qoonqoon isaanii awwaala baname dha,Arraba isaaniitiin sobanii warra kaan jaju.*+