-
Hojii Ergamootaa 18:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Yeroo kanatti Yihudiin Apholos+ jedhamuu fi Iskindiriyaatti dhalate tokko gara Efesoon dhufe; inni nama dandeettii dubbachuu qabuu fi Kitaabota Qulqulluu akka gaariitti beeku ture.
-
-
1 Qorontos 3:21-23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Kanaafuu, namni kam iyyuu namootaan of hin jajin; sababiin isaas, wanti hundi kan keessani; 22 Phaawulos yookiin Apholos yookiin Keefaas*+ yookiin addunyaan yookiin jireenyi yookiin duuti yookiin wantoonni amma jiran yookiin wantoonni dhufuuf jiran, wantoonni hundi kanuma keessani; 23 isin immoo kan Kiristoosi;+ Kiristoos immoo kan Waaqayyoo ti.
-