Efesoon 5:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Akkuma beektanii fi ofii keessanii hubattanitti, namni halaleen*+ yookiin namni xuraaʼaan yookiin namni sassata+ isa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu taʼe raawwatu Mootummaa Kiristoosii fi Mootummaa Waaqayyoo keessatti dhaala tokko illee hin qabaatu.+ Mulʼata 22:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Saroonni,* warri gocha hafuurota hamoo raawwatan, warri halaleen,* warri nama ajjeesan, warri waaqolii tolfamoo waaqeffatan, akkasumas warri soba jaallatanii fi warri sobduun hundi ala jiru.’+
5 Akkuma beektanii fi ofii keessanii hubattanitti, namni halaleen*+ yookiin namni xuraaʼaan yookiin namni sassata+ isa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu taʼe raawwatu Mootummaa Kiristoosii fi Mootummaa Waaqayyoo keessatti dhaala tokko illee hin qabaatu.+
15 Saroonni,* warri gocha hafuurota hamoo raawwatan, warri halaleen,* warri nama ajjeesan, warri waaqolii tolfamoo waaqeffatan, akkasumas warri soba jaallatanii fi warri sobduun hundi ala jiru.’+