27 dhiironnis isa uumamaan isaaniif kenname dubartootaa wajjin saalqunnamtii raawwachuu dhiisanii, dhiironni dhiirotaa wajjin kajeellaa saalqunnamtiitiin gubatan;+ wanta qaanessaa hojjechuudhaanis, ofuma isaaniitiin adaba cubbuu isaaniitiif malu guutummaatti fudhatan.+