-
1 Qorontos 7:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Warra kaaniifis wantan jedhu qaba; taʼus anatu jedha malee Gooftaa miti:+ Obboleessi tokko haadha manaa hin amanne yoo qabaatee fi ishiin isaa wajjin jiraachuuf yoo walii galte ishii hin dhiisin;
-
-
1 Qorontos 7:40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
40 Akka ilaalcha kootti garuu utuu hin heerumin yoo jiraatte caalaatti gammachuu qabaatti; anis hafuura Waaqayyoo akkan qabu hin shakku.
-