Miilkiyaas 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Hundi keenya iyyuu abbaa tokko qabna mitii?+ Kan nu uumes Waaqa tokkicha mitii? Maarree, kakuu abbootii keenyaa xureessuudhaan maaliif gocha gantummaa wal irratti raawwanna?+ Maatewos 23:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kana malees, Abbaan keessan+ tokkicha isa samii qofa waan taʼeef, lafa irratti eenyuun iyyuu ‘abbaa’ jettanii hin waaminaa.
10 “Hundi keenya iyyuu abbaa tokko qabna mitii?+ Kan nu uumes Waaqa tokkicha mitii? Maarree, kakuu abbootii keenyaa xureessuudhaan maaliif gocha gantummaa wal irratti raawwanna?+
9 Kana malees, Abbaan keessan+ tokkicha isa samii qofa waan taʼeef, lafa irratti eenyuun iyyuu ‘abbaa’ jettanii hin waaminaa.