Roomaa 14:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Egaa, kana booda walitti murteessuu haa dhiisnu;+ kanaa mannaa, wanta nama gufachiisu yookiin wanta nama danqu obboleessa keenya dura kaaʼuu dhiisuuf haa murteessinu.+ Roomaa 14:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Nyaataaf jettee hojii Waaqayyoo diiguu kee dhiisi.+ Wanti hundi qulqulluu akka taʼe beekamaa dha; namni tokko nyaachuun isaa warra kaan kan gufachiisu yoo taʼe garuu miidhaa qaba.*+
13 Egaa, kana booda walitti murteessuu haa dhiisnu;+ kanaa mannaa, wanta nama gufachiisu yookiin wanta nama danqu obboleessa keenya dura kaaʼuu dhiisuuf haa murteessinu.+
20 Nyaataaf jettee hojii Waaqayyoo diiguu kee dhiisi.+ Wanti hundi qulqulluu akka taʼe beekamaa dha; namni tokko nyaachuun isaa warra kaan kan gufachiisu yoo taʼe garuu miidhaa qaba.*+