Hojii Ergamootaa 13:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Isaan utuma Yihowaa* tajaajilaa fi soomaa jiranii hafuurri qulqulluun, “Barnaabaasii fi Saaʼoliin adda naaf baasaa;+ ani hojii tokko akka naaf hojjetan isaan filadheera” jedhe.+
2 Isaan utuma Yihowaa* tajaajilaa fi soomaa jiranii hafuurri qulqulluun, “Barnaabaasii fi Saaʼoliin adda naaf baasaa;+ ani hojii tokko akka naaf hojjetan isaan filadheera” jedhe.+