2 Qorontos 6:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Tajaajila keenya irratti mudaan tokko illee akka hin argamneef, nuti karaa kamiin iyyuu wanti nama gufachiisu akka jiraatu hin goonu;+ 2 Qorontos 11:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yookiin akka isin ulfina argattaniif gad of qabee gammachuudhaan misiraachoo Waaqayyoo gatii malee isiniif lallabuun koo cubbuu dhaa?+
3 Tajaajila keenya irratti mudaan tokko illee akka hin argamneef, nuti karaa kamiin iyyuu wanti nama gufachiisu akka jiraatu hin goonu;+
7 Yookiin akka isin ulfina argattaniif gad of qabee gammachuudhaan misiraachoo Waaqayyoo gatii malee isiniif lallabuun koo cubbuu dhaa?+