Hojii Ergamootaa 16:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Phaawulos, Ximotewos isaa wajjin akka deemu kan barbaadu taʼuu isaa ibse; kanaafuu, Yihudoota naannoowwan sana jiraniif jedhee fuudhee dhaqna isa qabe;+ sababiin isaas, hundi isaanii abbaan isaa nama Giriikii akka taʼe beeku turan. Hojii Ergamootaa 18:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Phaawulos guyyoota hedduu erga achi turee booda, obbolootatti nagaa dhaamee Phirisqiilaa fi Aqiilaa wajjin dooniidhaan gara Sooriyaatti qajeele. Wareega waan qabuufis Kinkiriʼaa+ keessatti rifeensa mataa isaa gabaabsee murate.
3 Phaawulos, Ximotewos isaa wajjin akka deemu kan barbaadu taʼuu isaa ibse; kanaafuu, Yihudoota naannoowwan sana jiraniif jedhee fuudhee dhaqna isa qabe;+ sababiin isaas, hundi isaanii abbaan isaa nama Giriikii akka taʼe beeku turan.
18 Phaawulos guyyoota hedduu erga achi turee booda, obbolootatti nagaa dhaamee Phirisqiilaa fi Aqiilaa wajjin dooniidhaan gara Sooriyaatti qajeele. Wareega waan qabuufis Kinkiriʼaa+ keessatti rifeensa mataa isaa gabaabsee murate.