-
Hojii Ergamootaa 21:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Namoota kana fudhadhuu dhaqiitii akka Seerichaatti isaanii wajjin of qulqulleessi; mataa isaanii akka haaddataniifis baasii isaanii isaaniif kaffali. Akkana yoo goote, oduun waaʼee kee odeeffame soba taʼuu isaa fi atis Seericha eegdee karaa sirrii taʼeen deddeebiʼaa akka jirtu hundi isaanii ni beeku.+
-
-
Hojii Ergamootaa 21:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Guyyaa itti aanutti Phaawulos namoota sana fudhatee akka Seerichaatti isaanii wajjin of qulqulleesse;+ achiis yeroon akka Seerichaatti itti qulqulleeffaman yoom akka xumuramuu fi tokkoon tokkoon isaaniitiif aarsaan kan dhihaatu yoom akka taʼe beeksisuuf gara mana qulqullummaa seene.
-