LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 19:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Amma garuu namichi Phaawulos jedhamu kun, Efesoon+ qofatti utuu hin taʼin bakka muraasa irraa kan hafe guutummaa koonyaa Eeshiyaa keessatti, waaqoliin harkaan tolfaman dhuguma waaqolii miti jedhee namoota hedduu amansiisee ilaalcha isaanii jijjiiruu isaa argitaniittu, dhageessaniittus.+

  • 1 Tasalonqee 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Jaalala guddaa waan isiniif qabnuuf, misiraachoo Waaqayyoo qofa utuu hin taʼin, lubbuu keenya illee isinii kennuuf+ murteessinee* turre; sababiin isaas, isin nu biratti baayʼee jaallatamoo turtan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi