36 Namoonni warri biyyattii akka basaasaniif Museen ergee turee fi waaʼee biyyattii oduu hamaa fiduudhaan guutummaan yaaʼichaa akka isa irratti gungumu godhan,+ 37 eeyyee, namoonni waaʼee biyyattii oduu hamaa fidan sun rukutamanii Yihowaa duratti ni duʼu.+