Luqaas 22:31, 32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 “Yaa Simoon, yaa Simoon, kunoo, Seexanni hunda keessan akka qamadiitti gingilchuuf gaafateera.+ 32 Ani garuu amantiin kee akka hin badne wawwaannaa siif dhiheesseera;+ atis yommuu deebitu obboloota kee jajjabeessi.”+ 2 Pheexiros 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kanaafuu, Yihowaan* namoota Waaqayyoof bulan qorumsa keessaa akkamitti akka baasu,+ jalʼoota immoo guyyaa murtiitti+ akka balleeffamaniif akkamitti akka tursu beeka;
31 “Yaa Simoon, yaa Simoon, kunoo, Seexanni hunda keessan akka qamadiitti gingilchuuf gaafateera.+ 32 Ani garuu amantiin kee akka hin badne wawwaannaa siif dhiheesseera;+ atis yommuu deebitu obboloota kee jajjabeessi.”+
9 Kanaafuu, Yihowaan* namoota Waaqayyoof bulan qorumsa keessaa akkamitti akka baasu,+ jalʼoota immoo guyyaa murtiitti+ akka balleeffamaniif akkamitti akka tursu beeka;