Efesoon 5:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 sababiin isaas, akkuma Kiristoos gumichaaf mataa taʼe, abbaan manaas mataa haadha manaa isaa ti;+ Kiristoos gumicha isa qaama isaa taʼeef fayyisaa dha. 1 Pheexiros 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Haaluma wal fakkaatuun, isin haadhotiin manaa abbootii manaa keessaniif bitamaa;+ kunis dubbichaaf kan hin ajajamne yoo jiraatan, dubbii malee amala keessan isa gaariidhaan akka moʼamaniifi;+
23 sababiin isaas, akkuma Kiristoos gumichaaf mataa taʼe, abbaan manaas mataa haadha manaa isaa ti;+ Kiristoos gumicha isa qaama isaa taʼeef fayyisaa dha.
3 Haaluma wal fakkaatuun, isin haadhotiin manaa abbootii manaa keessaniif bitamaa;+ kunis dubbichaaf kan hin ajajamne yoo jiraatan, dubbii malee amala keessan isa gaariidhaan akka moʼamaniifi;+