Ibroota 12:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kana malees, isa akka ilmaaniitti akkana jedhee isin gorsu sana guutummaatti irraanfattaniittu: “Yaa ilma koo, adaba Yihowaa* akka laayyootti hin ilaalin, yeroo inni sirreeffama sii kennus abdii hin kutatin;
5 Kana malees, isa akka ilmaaniitti akkana jedhee isin gorsu sana guutummaatti irraanfattaniittu: “Yaa ilma koo, adaba Yihowaa* akka laayyootti hin ilaalin, yeroo inni sirreeffama sii kennus abdii hin kutatin;