1 Qorontos 14:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Jaalala hordofaa; taʼus, kennaa hafuuraa argachuuf, caalaatti immoo raajii dubbachuuf carraaqqii gochuu* keessan itti fufaa.+
14 Jaalala hordofaa; taʼus, kennaa hafuuraa argachuuf, caalaatti immoo raajii dubbachuuf carraaqqii gochuu* keessan itti fufaa.+