4 Obboloota jaallatamo, dubbii geggeessaa hafuuraatiin dubbatame+ hunda hin amaninaa; kanaa mannaa, dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatame Waaqayyo biraa kan dhufe+ taʼuu isaa beekuuf qoraa; sababiin isaas, raajonni sobaa hedduun gara addunyaatti baʼaniiru.+