-
1 Qorontos 14:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Egaa yaa obbolootaa, maaltu godhamuu qaba ree? Yeroo walitti qabamtan, inni tokko kennaa faarfachuu qaba, inni tokko kennaa barsiisuu qaba, inni kan biraan kennaa mulʼata arguu qaba, inni tokko kennaa qooqa biraadhaan dubbachuu qaba, inni kan biraan immoo kennaa qooqa biraa sana hiikuu qaba.+ Taʼus, wantoonni hundi ijaaruuf haa taʼan.
-