Roomaa 12:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Jaalala obbolummaatiin hoʼisaa wal jaalladhaa. Kabaja walii kennuuf dursa fudhadhaa.+ Galaatiyaa 6:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Baʼaa walii baachuu keessan itti fufaa;+ karaa kanaan seera Kiristoos ni raawwattu.+ Efesoon 4:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Kanaafuu, nuti amma kutaawwan qaama tokkoo+ waan taanee fi gowwoomsaa of irraa baasnee waan gatneef, tokkoon tokkoon keessan dhugaa namatti dubbadhaa.+
25 Kanaafuu, nuti amma kutaawwan qaama tokkoo+ waan taanee fi gowwoomsaa of irraa baasnee waan gatneef, tokkoon tokkoon keessan dhugaa namatti dubbadhaa.+