Hojii Ergamootaa 13:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Gumii Anxokiyaa keessa raajonnii fi barsiisonni jiru turan;+ isaanis Barnaabaas, Simiʼoon isa Gurraacha* jedhamu, Luukiyos isa biyya Qareenaa, Maanaayin isa Heroodis bulchaa koonyaa taʼee wajjin baratee fi Saaʼol turan.
13 Gumii Anxokiyaa keessa raajonnii fi barsiisonni jiru turan;+ isaanis Barnaabaas, Simiʼoon isa Gurraacha* jedhamu, Luukiyos isa biyya Qareenaa, Maanaayin isa Heroodis bulchaa koonyaa taʼee wajjin baratee fi Saaʼol turan.