LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Efesoon 3:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Iccitiin kun akka amma karaa hafuuraa ergamoota qulqulluu fi raajotatti mulʼate, ilmaan namootaa warra dhaloota darban keessa turanitti hin mulʼanne;+ 6 kunis, namoonni saboota kaan keessaa dhufan Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabaachuudhaan karaa misiraachichaa, isaa wajjin akka dhaalanii fi miseensa qaama tokkoo+ akka taʼan, akkasumas nuu wajjin waadaa Waaqayyo gale irratti akka hirmaatan kan ibsu dha.

  • Qolosaayis 2:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kana kanan godhus, garaan isaanii jajjabina akka argatuu+ fi jaalalaan wal simuudhaan tokko akka taʼaniif,+ akkasumas hundi isaanii badhaadhina hubannaa guutuu isa mirkanaaʼaa taʼe irraa argamu akka qabaataniifi; kunis waaʼee iccitii qulqulluu Waaqayyoo, jechuunis waaʼee Kiristoos beekumsa sirrii akka argataniifi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi