LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Galaatiyaa 1:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yaa obbolootaa, misiraachoon ani isiniif lallabe nama irraa akka hin maddine+ akka beektan nan barbaada; 12 sababiin isaas, ani misiraachoo kana Yesuus Kiristoos irraan mulʼataan fudhadhe malee, nama irraa hin fudhanne yookiin namni na hin barsiisne.

  • Galaatiyaa 2:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanan ol baʼes mulʼata Gooftaan natti argisiiseen ture; achiis misiraachoo isan saboota kaan gidduutti lallabaa ture sana isaan duratti nan dhiheesse. Taʼus amma fiigaa kanan jirus taʼe kanaan dura kanan fiige akkasumaan akka hin taane mirkaneessuuf, namoota iddoo guddaa qaban duratti misiraachoo kana kanan dhiheesse kophaatti ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi