11 Kanaafuu, inni namoota yommuu dubbatan giingaʼanittii fi afaan biyya ormaatti fayyadamee saba kanatti ni dubbata.+ 12 Inni yeroo tokko, “Kun bakka boqonnaa ti. Inni dadhabe haa boqotu; kun bakka aara galfii ti” jedhee ture, isaan garuu dhagaʼuu didan.+