1 Qorontos 14:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Haa taʼu malee, wanti hundi karaa naamusa qabuun, akkasumas karaa seera qabeessa taʼeen haa raawwatamu.+ Qolosaayis 2:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ani yoon qaamaan isin bira jiraachuu baadhe illee, yaadaan* waanan isin bira jiruuf, jireenya keessan isa seera qabeessa taʼee+ fi amantii cimaa Kiristoos irratti qabdan+ ilaalee gammadaan jira.
40 Haa taʼu malee, wanti hundi karaa naamusa qabuun, akkasumas karaa seera qabeessa taʼeen haa raawwatamu.+
5 Ani yoon qaamaan isin bira jiraachuu baadhe illee, yaadaan* waanan isin bira jiruuf, jireenya keessan isa seera qabeessa taʼee+ fi amantii cimaa Kiristoos irratti qabdan+ ilaalee gammadaan jira.