Galaatiyaa 6:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ani garuu Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos isa muka dhiphinaa* irratti fannifameen+ malee wanta kan biraatiin matumaa hin boonu; akka ilaalcha kootti karaa isaa addunyaan duʼeera, akka ilaalcha addunyaatti immoo karaa isaa ani duʼeera.*
14 Ani garuu Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos isa muka dhiphinaa* irratti fannifameen+ malee wanta kan biraatiin matumaa hin boonu; akka ilaalcha kootti karaa isaa addunyaan duʼeera, akka ilaalcha addunyaatti immoo karaa isaa ani duʼeera.*