-
1 Qorontos 14:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Kana malees, namoonni qooqa biraadhaan dubbatan yoo jiraatan, nama lama, yoo baayʼate immoo nama sadii haa taʼan; isaanis dabareedhaan haa dubbatan; namni kan biraan immoo wanta dubbatame sana haa hiiku.+
-