17 Inni garuu akka callisan harka isaatiin mallattoo erga isaanitti argisiisee booda, Yihowaan akkamitti mana hidhaa keessaa akka isa baase tokko tokkoon isaanitti hime; akkasumas, “Wantoota kana Yaaqoobii+ fi obbolootatti himaa” jedhe. Sana booda gad baʼee iddoo kan biraa dhaqe.