1 Qorontos 15:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Sana booda bulchiinsa hunda, akkasumas aangoo fi humna hundumaa erga balleessee booda, Mootummicha Waaqaa fi Abbaa isaatti dabarsee yommuu kennu xumurri ni taʼa.+
24 Sana booda bulchiinsa hunda, akkasumas aangoo fi humna hundumaa erga balleessee booda, Mootummicha Waaqaa fi Abbaa isaatti dabarsee yommuu kennu xumurri ni taʼa.+