-
Ibroota 2:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Haa taʼu malee, iddoo tokkotti ragaa baatuun tokko akkana jedheera: “Akka isa yaadattuuf namni maali dha? Yookiin akka isa kunuunsituuf ilmi namaa maali dha?+ 7 Maleekota irra xinnuma isa xiqqeessite; ulfinaa fi kabaja isa gonfachiiste, hojiiwwan harka keetii irrattis isa muudde.
-