-
Roomaa 16:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Phirisqaa fi Aqiilaa+ warra naa wajjin hojii Kiristoos Yesuus hojjetanitti nagaa koo naaf himaa;
-
-
Roomaa 16:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Gumii mana isaanii keessa jiruttis nagaa naaf himaa.+ Ephinexos isan jaalladhuu fi Eeshiyaa keessatti Kiristoosiif firii jalqabaa taʼetti nagaa naaf himaa.
-