Qolosaayis 2:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Namni kam iyyuu, akka Kiristoositti utuu hin taʼin, akka aadaa namootaatti, akka wantoota jalqabaa addunyaatti, falaasamaa fi gowwoomsaa homaa of keessaa hin qabneen boojiʼee* akka isin hin fudhanne of eeggadhaa;+
8 Namni kam iyyuu, akka Kiristoositti utuu hin taʼin, akka aadaa namootaatti, akka wantoota jalqabaa addunyaatti, falaasamaa fi gowwoomsaa homaa of keessaa hin qabneen boojiʼee* akka isin hin fudhanne of eeggadhaa;+